Faaruu Ermiyaas 2:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yihowaan wanta yaade godheera;+ wanta dubbate,Isa yeroo dheeraa dura ajaje+ raawwateera.+ Inni gara laafina tokko malee si diigeera.+ Diinni wanta sirra gaʼetti akka gammadu godheera; jabina* hamajaajota keetiis ol qabeera.
17 Yihowaan wanta yaade godheera;+ wanta dubbate,Isa yeroo dheeraa dura ajaje+ raawwateera.+ Inni gara laafina tokko malee si diigeera.+ Diinni wanta sirra gaʼetti akka gammadu godheera; jabina* hamajaajota keetiis ol qabeera.