Luqaas 1:76, 77 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 76 Ati garuu yaa mucaa nana, daandii isaa qopheessuuf Yihowaa* dura waan deemtuuf,+ raajii Isa Hundaa Olii jedhamtee waamamta; 77 sabni isaa dhiifama cubbuu akka argatan gochuudhaan beekumsa fayyinaa isaaniif kennita;+ Ibroota 9:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Utuu akkas taʼee, addunyaan erga hundeeffamee jalqabee yeroo baayʼee dhiphachuu qaba ture. Haa taʼu malee, aarsaa ofii isaatiin cubbuu balleessuuf,+ dhuma sirnootaa* irratti yeroo hundumaatiif akka taʼutti al tokkicha of mulʼiseera.
76 Ati garuu yaa mucaa nana, daandii isaa qopheessuuf Yihowaa* dura waan deemtuuf,+ raajii Isa Hundaa Olii jedhamtee waamamta; 77 sabni isaa dhiifama cubbuu akka argatan gochuudhaan beekumsa fayyinaa isaaniif kennita;+
26 Utuu akkas taʼee, addunyaan erga hundeeffamee jalqabee yeroo baayʼee dhiphachuu qaba ture. Haa taʼu malee, aarsaa ofii isaatiin cubbuu balleessuuf,+ dhuma sirnootaa* irratti yeroo hundumaatiif akka taʼutti al tokkicha of mulʼiseera.