LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Waaqni dhugaanis barreeffamaa fi ogummaa akaakuu hundumaa irratti dargaggoota* arfan kanaaf beekumsaa fi hubannaa ni kenne; Daaniʼeliif immoo mulʼataa fi abjuu akaakuu hundumaa irratti hubannaan ni kenname.+

  • Daaniʼel 2:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Haa taʼu malee, Waaqni iccitii mulʼisu tokko samii keessa jira;+ inni wanta guyyoota dhumaatti raawwatamu Nebukadnezaar Mootichatti beeksiseera. Yommuu siree kee irra ciistee turtetti abjuun argitee fi mulʼatawwan gara sammuu keetti dhufanii turan kanneen kana dha:

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi