Ermiyaas 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Achiis Yihowaan harka isaa diriirsee afaan koo tuqe.+ Sana booda Yihowaan akkana naan jedhe: “Ani dubbii koo afaan kee keessa kaaʼeera.+ Mulʼata 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Anis yommuun isa argu, akka nama duʼee taʼeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaʼee akkana naan jedhe: “Hin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa+ fi Isa Dhumaa+ ti,
9 Achiis Yihowaan harka isaa diriirsee afaan koo tuqe.+ Sana booda Yihowaan akkana naan jedhe: “Ani dubbii koo afaan kee keessa kaaʼeera.+
17 Anis yommuun isa argu, akka nama duʼee taʼeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaʼee akkana naan jedhe: “Hin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa+ fi Isa Dhumaa+ ti,