Daaniʼel 9:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yommuu ati kadhannaa kee dhiheessuu jalqabdu, ergaan tokko natti himame; anis sitti himuufan dhufe; sababiin isaas, ati nama baayʼee jaallatamaa taʼe* dha.+ Kanaafuu, dhimma kanaaf xiyyeeffannaa kenni, mulʼatichas hubadhu. Daaniʼel 10:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis, “Yaa nama baayʼee jaallatamaa taate*+ nana, hin sodaatin.+ Nagaan siif haa taʼu.+ Jabaadhu, eeyyee, jabaadhu” naan jedhe. Yommuu inni naa wajjin dubbatu jajjabaadhee, “Yaa gooftaa koo, ati waan na jabeessiteef dubbadhu” nan jedhe.
23 Yommuu ati kadhannaa kee dhiheessuu jalqabdu, ergaan tokko natti himame; anis sitti himuufan dhufe; sababiin isaas, ati nama baayʼee jaallatamaa taʼe* dha.+ Kanaafuu, dhimma kanaaf xiyyeeffannaa kenni, mulʼatichas hubadhu.
19 Achiis, “Yaa nama baayʼee jaallatamaa taate*+ nana, hin sodaatin.+ Nagaan siif haa taʼu.+ Jabaadhu, eeyyee, jabaadhu” naan jedhe. Yommuu inni naa wajjin dubbatu jajjabaadhee, “Yaa gooftaa koo, ati waan na jabeessiteef dubbadhu” nan jedhe.