Mulʼata 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Anis yommuun isa argu, akka nama duʼee taʼeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaʼee akkana naan jedhe: “Hin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa+ fi Isa Dhumaa+ ti,
17 Anis yommuun isa argu, akka nama duʼee taʼeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaʼee akkana naan jedhe: “Hin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa+ fi Isa Dhumaa+ ti,