Daaniʼel 8:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Korbeessi reʼee dabbasaa qabu sun mootii Giriikii argisiisa;+ gaanfi guddaan ija isaa lamaan gidduu jiru mootii isa jalqabaa argisiisa.+
21 Korbeessi reʼee dabbasaa qabu sun mootii Giriikii argisiisa;+ gaanfi guddaan ija isaa lamaan gidduu jiru mootii isa jalqabaa argisiisa.+