18 Guyyaa sanatti Yihowaan akkana jedhee Abraamii wajjin kakuu gale:+ “Ani laga Gibxiitii jalqabee hamma laga isa guddaatti, jechuunis hamma laga Efraaxisitti,+ biyya kana sanyii keetiif nan kenna;+
25 Isin ilmaan raajotaa fi ilmaan kakuu Waaqayyo abbootii keessanii wajjin gale sanaa ti;+ Waaqayyo Abrahaamiin, ‘Maatiiwwan lafa irraa hundi sanyii keetiin ni eebbifamu’ jedheera.+