-
Daaniʼel 8:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Balleessaa raawwatameen kan kaʼes aarsaa yeroo hundumaa dhihaatuu wajjin raayyaan tokko dabarfamee ni kenname; inni dhugaa lafatti darbachuu isaa itti fufe; tarkaanfii ni fudhate, milkaaʼinas ni argate.
-