Daaniʼel 10:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Haa taʼu malee, wantoota kitaaba dhugaa keessatti galmaaʼan sitti nan hima. Mikaaʼel+ isa bulchaa+ keessan taʼe sanaan alatti wantoota kana irratti akka gaariitti kan na gargaaru tokko illee hin jiru.
21 Haa taʼu malee, wantoota kitaaba dhugaa keessatti galmaaʼan sitti nan hima. Mikaaʼel+ isa bulchaa+ keessan taʼe sanaan alatti wantoota kana irratti akka gaariitti kan na gargaaru tokko illee hin jiru.