-
Daaniʼel 4:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 “Yommuu barri sun xumuramutti+ ani Nebukadnezaar gara samiitti ol nan ilaale; hubannaan koos naaf deebiʼe; Isa Hundaa Olii sana nan jajadhe, isa bara baraaf jiraatu sanaaf jajannaa fi ulfina nan kenne; sababiin isaas, bulchiinsi isaa bulchiinsa bara baraa ti, mootummaan isaas dhalootaa hamma dhalootaatti itti fufa.+
-
-
Mulʼata 4:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Uumamawwan jiraatoon sun isa teessoo irra taaʼe isa baraa hamma bara baraatti jiraatu+ sanaaf ulfina, kabajaa fi galata yommuu dhiheessan hundatti,
-