-
Daaniʼel 11:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Hamma barri dhumaa gaʼutti isaaniin kan kaʼe namoonni akka qoramaniif, akkasumas hojii qulqulleessuu hojjechuuf,+ warra hubannaa gad fagoo qaban keessaa muraasni akka gufatan godhamu; sababiin isaas, dhumni yeroo murteeffametti ni dhufa.
-