-
Uumama 41:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Kunis akkuman Faraʼoonitti hime sana dha: Waaqni dhugaan wanta gochuuf jedhu Faraʼoonitti argisiiseera.
-
-
Daaniʼel 2:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Haa taʼu malee, Waaqni iccitii mulʼisu tokko samii keessa jira;+ inni wanta guyyoota dhumaatti raawwatamu Nebukadnezaar Mootichatti beeksiseera. Yommuu siree kee irra ciistee turtetti abjuun argitee fi mulʼatawwan gara sammuu keetti dhufanii turan kanneen kana dha:
-