LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 3:4-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Namni labsii labsus sagalee isaa ol kaasee akkana jedhee labse: “Uummanni, saboonnii fi namoonni qooqa garaa garaa dubbattan akkana akka gootan ajajamtaniittu; 5 yommuu sagalee xurumbaa,* faaggaa, baganaa, baganaa xinnoo, meeshaa muuziqaa ribuu qabuu, ulullee qalqalloo fi sagalee meeshaalee muuziqaa kaan hundumaa dhageessanitti lafatti gombifamaatii siidaa warqii Nebukadnezaar Mootichi dhaabe sana waaqeffadhaa. 6 Namni lafatti gombifamee hin waaqeffanne kam iyyuu yeruma sana ibidda bobaʼaa jiru keessatti darbatama.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi