-
Daaniʼel 2:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Achiis Daaniʼel gara mana isaa deemee waaʼee dhimma kanaa michoota isaa Hanaaniyaa, Mishaaʼelii fi Azaariyaatti hime. 18 Innii fi michoonni isaa namoota ogeeyyii Baabilon keessa jiran kaanii wajjin akka hin balleeffamneef, iccitii kana ilaalchisee Waaqni samii gara laafina akka isaanitti argisiisu akka kadhatan isaan gaafate.
-