-
Daaniʼel 2:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kaladoonnis akkana jedhanii mootichaaf deebisan: “Mootiin yookiin bulchaa guddaan, luba falfala raawwatu yookiin nama hooda dubbatu yookiin nama biyya Kaladootaa wanta akkanaa gaafatee beeku waan hin jirreef, namni wanta mootichi gaafatu kana gochuu dandaʼu lafa* irra hin jiru. 11 Wanti mootichi gaafate kun rakkisaa dha; waaqolii warra nama duʼu gidduu* hin jiraanne sana malee namni wanta kana mootichatti himuu dandaʼu hin jiru.”
-