Luqaas 21:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Isaan qara goraadeetiin ni ajjeefamu; boojiʼamaniis gara saboota hundumaatti ni geeffamu;+ hanga barri sabootaaf* murteeffame raawwatamutti Yerusaalem sabootaan* ni dhidhiitamti.+
24 Isaan qara goraadeetiin ni ajjeefamu; boojiʼamaniis gara saboota hundumaatti ni geeffamu;+ hanga barri sabootaaf* murteeffame raawwatamutti Yerusaalem sabootaan* ni dhidhiitamti.+