-
Daaniʼel 4:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 ati ilmaan namootaa gidduudhaa ni ariʼamta. Bineensota bosonaa wajjin ni jiraatta; akkuma qotiyyootti akka nyaattuuf margi siif ni kennama; Inni Hundaa Olii mootummaa ilmaan namootaa irratti Bulchaa taʼuu isaa fi nama barbaade kamiif iyyuu akka isa kennu hamma beektutti barri torba si irratti ni darba.’”+
-