-
Daaniʼel 4:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Baalli isaa kan bareeduu fi firiin isaa hedduu ture; nyaanni isa irraa argamus hundumaaf kan taʼu ture. Bineensonni bosonaa gaaddisa isaa jala ni boqotu, simbirroonni samii dameewwan isaa irra ni jiraatu, uumamawwan* hundis isa irraa ni sooratu turan.
-