Sefaaniyaa 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan magaalattii gidduutti qajeelaa dha;+ inni dogoggora hin raawwatu. Inni akkuma ifni barii yeroo hundumaa baʼutti,Murtiiwwan isaa yeroo hundumaa ganama ganama ni beeksisa.+ Namni jalʼaan garuu qaanii hin beeku.+
5 Yihowaan magaalattii gidduutti qajeelaa dha;+ inni dogoggora hin raawwatu. Inni akkuma ifni barii yeroo hundumaa baʼutti,Murtiiwwan isaa yeroo hundumaa ganama ganama ni beeksisa.+ Namni jalʼaan garuu qaanii hin beeku.+