-
Hoseʼaa 7:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Isaan ana irraa waan baqataniif, isaaniif wayyoo!
Ana irratti balleessaa waan raawwataniif, badiisni isaanitti haa dhufu!
Ani isaan furuuf qophaaʼeen ture, isaan garuu na irratti soba dubbatan.+
-