LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 4:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yihowaan namoota Yihudaatiin, akkasumas Yerusaalemiin akkana jedha:

      “Lafa isa qotiisaaf taʼu qotadhaa,

      Qoree gidduuttis sanyii hin facaasinaa.+

       4 Yaa namoota Yihudaa, yaa jiraattota Yerusaalem,

      Yihowaadhaaf dhaqna qabadhaa,

      Qolofa* garaa keessaniis of irraa muraa;+

      Taʼuu baannaan garuu gocha keessan isa hamaadhaan kan kaʼe

      Dheekkamsi koo akkuma ibiddaatti ni bobaʼa,

      Eenyu iyyuus isa dhaamsuu hin dandaʼu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi