LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 22:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Namni jalʼina facaasu kam iyyuu badiisa haammata,+

      Uleen dheekkamsa isaatiis ni caba.+

  • Hoseʼaa 8:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Isaan bubbee facaasu,

      Obomboleettiis ni haammatu.+

      Mukti midhaanii midhaan gaʼe baasu hin jiru;+

      Wanta biqile irraa daakuun hin argamu.

      Utuma firii argamsiisee illee namoota biyya ormaatu* nyaata.+

  • Galaatiyaa 6:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Hin dogoggorinaa: Waaqayyo kan itti qoosamu miti. Namni waanuma facaase sana haammata;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi