LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 4:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Faraʼooniin akkana jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Israaʼel ilma koo isa angafaa ti.+

  • Maatewos 2:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, Yoseef kaʼee mucichaa fi haadha mucichaa fudhatee halkaniin gara Gibxii deeme. 15 Hamma Heroodis duʼuttis achuma ture. Kunis wanti Yihowaan* karaa raajii isaa, “Ilma koo Gibxii keessaa nan waame”+ jedhee dubbate akka raawwatamu godhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi