-
Hoseʼaa 6:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 “Yaa Efreem, yoon maal si godhe wayya?
Yaa Yihudaa, yoon maal si godhe wayya?
Sababiin isaas, amanamummaan* keessan akkuma duumessa ganamaa,
Akkuma fixeensa dafee baduu ti.
-