Yooʼel 3:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yihowaan Xiyoon keessaa ni barooda,Yerusaalem keessaas sagalee isaa guddisee ni dhageessisa. Samii fi lafti ni raafamu;Yihowaan garuu saba isaatiif iddoo kooluu itti galan,+Saba Israaʼeliif dahoo ni taʼa.
16 Yihowaan Xiyoon keessaa ni barooda,Yerusaalem keessaas sagalee isaa guddisee ni dhageessisa. Samii fi lafti ni raafamu;Yihowaan garuu saba isaatiif iddoo kooluu itti galan,+Saba Israaʼeliif dahoo ni taʼa.