2 Mootota 15:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Puul+ mootiin Asoor gara biyyattiitti ni dhufe; mootummaa isaa cimsachuuf akka isa gargaaruuf Menaahem Puuliif meetii taalaantii* 1,000 ni kenne.+ Hoseʼaa 8:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sababiin isaas, isaan akkuma harree bosonaa kophaa jiraatuu gara Asooritti ol baʼaniiru.+ Efreem jaalaleewwan mindeeffateera.+
19 Puul+ mootiin Asoor gara biyyattiitti ni dhufe; mootummaa isaa cimsachuuf akka isa gargaaruuf Menaahem Puuliif meetii taalaantii* 1,000 ni kenne.+
9 Sababiin isaas, isaan akkuma harree bosonaa kophaa jiraatuu gara Asooritti ol baʼaniiru.+ Efreem jaalaleewwan mindeeffateera.+