-
Ermiyaas 2:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Ati garuu, ‘Ani qulqulluu dha.
Dheekkamsi isaa dhugumaan na irraa deebiʼeera’ jetta.
Ati, ‘Ani cubbuu hin raawwanne’ waan jettuuf,
Amma ani si irratti murtii nan dabarsa.
-