LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 32:24-26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Dhuma irrattis Yaaqoob kophaa isaa hafe. Achiis namichi tokko hamma lafti bariʼutti isaa wajjin waldhaansoo gochuu jalqabe.+ 25 Innis akka isa hin moone yommuu hubatu, buusaa luqqeettuu isaa tuqe; yeroo isaa wajjin waldhaansoo gochaa turettis buusaan luqqeettuu Yaaqoob buqqaʼee ture.+ 26 Sana booda inni, “Lafti waan bariʼeef, amma nan deema” jedhe. Yaaqoobis, “Hamma na eebbistutti si hin gadhiisu” isaan jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi