LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 23:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Ishiinis ilmaan Asoor warra filatamoo taʼan hundumaa wajjin sagaagalummaa raawwachuu ishii itti fufte; waaqolii tolfamoo balfamoo* kan warra kajeellaa ishiitiin duukaa buute sanaatiinis of xureessite.+ 8 ishiin sagaagalummaa biyya Gibxii keessatti raawwatte sana hin dhiisne; sababiin isaas, isaan yeroo dargaggummaa ishiitti ishii wajjin ciisaniiru; bobaa durbummaa ishii tuttuqanii kajeellaa guddaadhaan ishii wajjin saalqunnamtii* raawwataniiru.+

  • Hoseʼaa 8:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Sababiin isaas, isaan akkuma harree bosonaa kophaa jiraatuu gara Asooritti ol baʼaniiru.+

      Efreem jaalaleewwan mindeeffateera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi