-
1 Saamuʼel 8:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Haa taʼu malee, uummatichi wanta Saamuʼel isaaniin jedhe dhagaʼuu didanii akkana jedhan: “Hin taʼu, mootiin akka nuuf muudamu barbaanna. 20 Sana booda akka saboota kaanii ni taana; mootiin keenya abbaa murtii nuuf taʼa; nu geggeessa; diinota keenyas nuuf waraana.”
-