-
1 Saamuʼel 8:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yihowaanis Saamuʼeliin akkana jedhe: “Wanta uummatichi siin jedhu hunda dhagaʼi; sababiin isaas, isaan kan tuffatan siin miti; kanaa mannaa mootii isaanii akkan hin taane kan tuffatan anaani.+
-
-
1 Saamuʼel 12:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Mootiin inni isin barbaaddanii fi gaafattan kunoo ti. Kunoo, Yihowaan isin irratti mootii muudeera.+
-