-
2 Mootota 17:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Haa taʼu malee, Hosheʼaan gara Soo mootii Gibxiitti namoota waan ergeef,+ akkasumas akka waggoottan darbaniitti gibira mootii Asooriif kaffalamu waan hin fidneef, mootiin Asoor Hosheʼaan akka isa irratti mariʼate ni hubate. Kanaafuu, mootiin Asoor qabee hidhee mana hidhaatti isa galche.
-
-
Ermiyaas 52:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Achiis mootiin Baabilon ija Zedeeqiyaa ni jaamse;+ hidhaa sibiila diimaatiin hidhees gara Baabilonitti isa fide; hamma guyyaa duʼa isaattis mana hidhaa keessa isa turse.
-