Sefaaniyaa 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Waaqni kee Yihowaan si gidduu jira.+ Inni isa jabaa waan taʼeef, si fayyisa. Inni baayʼee sitti gammada.+ Jaalala siif qabuun kan kaʼe ni callisa.* Inni sitti gammaduu isaa ililchuudhaan ni argisiisa.
17 Waaqni kee Yihowaan si gidduu jira.+ Inni isa jabaa waan taʼeef, si fayyisa. Inni baayʼee sitti gammada.+ Jaalala siif qabuun kan kaʼe ni callisa.* Inni sitti gammaduu isaa ililchuudhaan ni argisiisa.