-
Amoos 5:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Ani ayyaanota keessan nan jibba, nan tuffadhas,+
Urgaa walgaʼiiwwan qulqulluu keessaniittis hin gammadu.
-
-
Amoos 8:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Ayyaanota keessan hundumaa gara gaddaatti,+
Faarfannaawwan keessan hundumaas gara faaruu gaddaatti nan jijjiira.
Mudhii hundumaatti uffata gaddaa nan mara, mataa hundas nan haada;
Akkuma ilma tokkichaaf booʼanitti akka booʼan nan godha,
Dhumni isaas akka guyyaa rakkinaa ni taʼa.’
-