Zakkaariyaas 13:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Guyyaa sanatti ani maqaa waaqolii tolfamoo biyyattii keessaa nan balleessa,+ isaanis sana booda hin yaadataman; raajotaa fi hafuura xuraaʼummaas biyyattii keessaa haxaaʼee nan balleessa.+
2 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Guyyaa sanatti ani maqaa waaqolii tolfamoo biyyattii keessaa nan balleessa,+ isaanis sana booda hin yaadataman; raajotaa fi hafuura xuraaʼummaas biyyattii keessaa haxaaʼee nan balleessa.+