Hoseʼaa 1:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Sabni Yihudaa fi sabni Israaʼel tokkummaadhaan walitti ni qabamu;+ ofii isaaniitiifis dura buʼaa tokko filatanii biyyattii keessaa ni baʼu; sababiin isaas, guyyaan Yezriʼel guddaa ni taʼa.+
11 Sabni Yihudaa fi sabni Israaʼel tokkummaadhaan walitti ni qabamu;+ ofii isaaniitiifis dura buʼaa tokko filatanii biyyattii keessaa ni baʼu; sababiin isaas, guyyaan Yezriʼel guddaa ni taʼa.+