-
Keessa Deebii 28:39, 40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Muka wayinii ni dhaabda, ni kunuunsitas, garuu raammoon waan isa nyaatuuf, daadhii wayinii hin dhugdu, homaas irraa hin galfattu.+ 40 Naannoo kee hundumaatti muka ejersaa ni qabaatta, garuu firiin isaa waan irraa harcaʼuuf, zayitii dibattu hin argattu.
-