LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 20:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yeroo kanatti Yoshaafaax ni sodaate; Yihowaa barbaaddachuufis ni murteesse.*+ Kanaafuu, inni guutummaa Yihudaatti sooma labse.

  • 2 Seenaa Baraa 20:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yeroo kanatti namoonni Yihudaa hundi daaʼimman isaanii, haadhotii manaa isaanii fi ijoollee* isaanii wajjin Yihowaa dura dhaabbatanii turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi