Sefaaniyaa 1:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Guyyaan sun guyyaa dheekkamsaa,+Guyyaa dhiphinaa fi guyyaa yaaddoo,+Guyyaa obomboleettii fi guyyaa badiisaa,Guyyaa dukkanaa fi guyyaa dimimmisaa,+Guyyaa duumessaa fi guyyaa dukkana cimaa ti.+
15 Guyyaan sun guyyaa dheekkamsaa,+Guyyaa dhiphinaa fi guyyaa yaaddoo,+Guyyaa obomboleettii fi guyyaa badiisaa,Guyyaa dukkanaa fi guyyaa dimimmisaa,+Guyyaa duumessaa fi guyyaa dukkana cimaa ti.+