Yooʼel 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Sabni jabaa fi lakkoofsi isaa hammana hin jedhamne tokko biyya koo irratti dhufeera.+ Ilkaan isaa ilkaan leencaa ti,+ mangaagaan isaas mangaagaa leencaa ti.
6 Sabni jabaa fi lakkoofsi isaa hammana hin jedhamne tokko biyya koo irratti dhufeera.+ Ilkaan isaa ilkaan leencaa ti,+ mangaagaan isaas mangaagaa leencaa ti.