LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 28:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Gonfoo* machooftuuwwan Efreem+ ishii na argaa na argaa jettuuf,*

      Akkasumas, abaaboo coolligaa faaya miidhaginaa ishii taʼe,

      Isa mataa lafa gabbataa sululichaa kan warra daadhii wayiniitiin moʼamanii taʼe irra jiruuf wayyoo!

  • Amoos 6:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Isaan saanii golboodhaan daadhii wayinii dhugu,+

      Zayitii hundumaa caalaa filatamaa taʼes ni dibatu.

      Badiisni Yoseef garuu isaan hin yaaddessu.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi