-
2 Saamuʼel 1:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yeroo kanatti Daawit uffata isaa ni tarsaase; namoonni isaa wajjin turan hundis akkuma kana godhan. 12 Saaʼol, ilmi isaa Yonaataan, sabni Yihowaa fi manni Israaʼel+ goraadeedhaan waan kufaniif, Daawitii fi namoonni isaa wajjin turan isaaniif ni wawwaatan, ni booʼan, hamma galgalaattis ni sooman.+
-