27 Mukeetiin dirree keessa jiran firii ni godhatu; lafattiin oomisha ishii ni kenniti;+ isaanis tasgabbiidhaan biyyattii keessa ni jiraatu. Yommuun waanjoo isaanii cabsuu+ fi warra garboota isaan godhatan irraa isaan oolchutti, isaan ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.