Yooʼel 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Wanta awwaannisa barbaddeessu irraa hafe hoomaan awwaannisaa ni nyaate;+Wanta hoomaa awwaannisaa irraa hafe ilmaan awwaannisaa ni nyaatan;Wanta ilmaan awwaannisaa irraa hafe immoo awwaannisni hin quufne ni nyaate.+
4 Wanta awwaannisa barbaddeessu irraa hafe hoomaan awwaannisaa ni nyaate;+Wanta hoomaa awwaannisaa irraa hafe ilmaan awwaannisaa ni nyaatan;Wanta ilmaan awwaannisaa irraa hafe immoo awwaannisni hin quufne ni nyaate.+