-
Keessa Deebii 26:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kunoo, amma oomisha lafa Yihowaan naaf kenne irraa argadhe keessaa firiiwwan jalqabaa fideera.’+
“Atis Waaqa kee Yihowaa dura isa kaaʼi; Waaqa kee Yihowaa durattis sagadi. 11 Achiis ati Leewwichaa fi nama biyya ormaa si gidduu jiruu wajjin wanta gaarii Waaqni kee Yihowaan sii fi maatii keetiif kenne hundumaatti ni gammadda.+
-