LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa kee utuma ati ilaaltuu namoota kaaniif ni kennamu;+ atis yeroo hundumaa isaan ni yaadda, garuu homaa gochuu hin dandeessu.

  • Hisqiʼel 27:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Jiraattonni Siidoonii fi Arwaad+ warra galaanicha siif mooqan turan.

      Yaa Xiiros, namoonni kee warri dandeettii qaban warra doonii irratti siif hojjetan turan.+

  • Hisqiʼel 27:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yaawaan, Tuubaalii+ fi Meesheek+ sii wajjin bittaa fi gurgurtaa raawwataniiru; garbootaa fi meeshaawwan sibiila diimaatiin shaqaxa kee jijjiirrataniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi