LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 10:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Biyya Gibxii irratti dukkanni, jechuunis dukkanni cimaan waanuma harkaan qaqqabamu fakkaatu akka taʼuuf harka kee gara samiitti diriirsi” jedhe. 22 Museenis yeruma sana harka isaa gara samiitti diriirse; guutummaa biyya Gibxii keessattis guyyaa sadiif dukkanni cimaan ni taʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi