LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 50:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Ani sababii aarsaawwan keetiitiinis taʼe,

      Sababii aarsaawwan kee warra guutummaatti gubamanii fi yeroo hundumaa fuula koo dura jiraniin si hin ifadhu.+

  • Isaayyaas 66:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Namni qotiyyoo qalu, akkuma nama nama ajjeesuu ti.+

      Namni aarsaa godhee hoolaa dhiheessu, akkuma nama morma saree cabsuu ti.+

      Namni kennaa dhiheessu, akkuma nama dhiiga booyyee dhiheessuu ti!+

      Namni aarsaa yaadannoo godhee ixaana adii dhiheessu,+ akkuma nama dubbii moraatti fayyadamee nama eebbisuu ti.*+

      Isaan daandiiwwan ofii isaanii filataniiru,

      Wanta jibbisiisaa taʼettis ni gammadu.*

  • Hoseʼaa 6:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Sababiin isaas, ani aarsaatti utuu hin taʼin, jaalala amanamaattan* gammada,

      Aarsaa guutummaatti gubamu mannaa beekumsa Waaqayyoottan gammada.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi