12 Yihowaan akkana jedha:
‘Akkuma tikseen tokko luka lama yookiin citaa gurraa tokko afaan leencaa keessaa butee fudhatu,
Namoonni Israaʼel warri Samaariyaa keessa
Sireewwan babbareedoo fi sireewwan gaggabaaboo gaggaarii taʼan irra taaʼanii jiranis butamanii ni fudhatamu.’+